tag:blogger.com,1999:blog-18587421.post3649717551391600575..comments2024-03-19T08:17:37.721+01:00Comments on OromiaTimes: Waamicha Ayyaana Irreessaa 2007: Bergen, NorwayOromiaTimeshttp://www.blogger.com/profile/04514071799541678788noreply@blogger.comBlogger1125tag:blogger.com,1999:blog-18587421.post-24042486998796583412007-08-20T10:04:00.000+02:002007-08-20T10:04:00.000+02:00Erga gaarii dha galatoomi. Oromoon Oromuummaa isaa...Erga gaarii dha galatoomi. Oromoon Oromuummaa isaan ofiin boonuun daran barbaachisaa dha. <BR/>Kabiraan waan dhuunfaatti si yaadachiisuu fedhu; Afaan Oromoo irratti xiyyeeffannaa kennuun qabsoo nu gochaa jirru keessaa isa tokkoo fi isa dursaati. Kanaaf itti fayyadamuun muttessaa dha. Ergaa kee armaan olii keessatti hirdhinni heddoommatee muldhata. Mee sirreessachuuf jabaadhu. fky. eegala irraa " Dhim issaa" Dhimmi isaa ta'a. "illaala" kan jedhu Ilaalaa ta'a. Mee akka kanatti hunda isaa keessa deemii sirreessi.<BR/><BR/>GalatoomiAnonymousnoreply@blogger.com