December 01, 2005

Barattooti Oromoo 24, kollejjii barsiisota yuniversity jimmaa gochaa fashistii wayaaneen reebamanii madaahani

Barattooti Oromoo 24, kollejjii barsiisota yuniversity jimmaa gochaa fashistii wayaaneen reebamanii madaahani

Sadaasa 30, 2005

Barattoonni kun karaa nagaa yeroo hiriira nagaa bahanii dhaadannoo isaanii dhageessisanitti polisoonni federaala wayyaanee haala sukkaneessaan barattoota qaamaa hirdhisuu fi madeessuun mana hidhaati hardha gadhiisanii jiru. Kan maqaan isaanii nu qaqabe keessaa:
Amanuu Wayyoo
Olqaba Ibsaa
Badhatu Ayyaadaa
Biranu Tulluu
Mohamed Suleman
Amanu Abdullahii
Kasahun Getacho
Suleman Misganaa
Xayibaa Abbuu
Hashaa Rayyaa
Fasiya Reebaa
Yeshii Alamuu
Chuchu Mokonon
Abdulshukur Mohaa Umar
Abduu Abbaa Jobir
Tananyee Qananisa
Sisay Abarraa fi kan biroo ni jiru warri kun madaa miidhama guddaa irra gahe dha.
Barattuun dubartii tokkos midhamni guddaa irra gahee taa´uu fi dhaabachuu kan hin dandeenyee fi haga ammaatti tajaajila mana yaalaa kan hin arganne ta´uu isaa bira gahamee jira.

Injifannoon Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!


Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net

No comments: