Caamsaa 4, 2006 (Oromiyaa) - Wayyaaneen sochii diddaa gabrummaa barattoota Oromoo fashaleessudhaaf manneen barnootaa keessatti basaastota gurmeessuu karoora akka baafatnii fi kana immoo manneen barnootaa tokko tokko keessatti hojii isaanii ciminaan akka itti fufaa jiran kanaan dura gabaasuun keenya ni yaadatama.
Haaluma kanaan mana barumsaa koollajii barsiisota Adaamaa keessatti Basaastota barattoota keessaa filatanii dhoksaan leenjisanii barattoota kollajjichaa fi barattoota naannoo irratti bobbaasanii akka jiran beekamee jira. Sochiin basaasummaa kunis kan hoogganamaa jiru:
Lammiidhaan amaara kan ta’ee fi naqamtetti dhalatee afaan Oromoo sirriitti kan beeku. Namichi kun bara dargiis miseensa isapaa ta’uudhaan lammii Oromoo irratti shiroota guddaa kan hojjechaa turee fi dhiiga ilmaan Oromoo kan mi’eeffate. Yeroo ammaa kanas dhaaba maxxannee kana jalatti hidhachuudhaan ilmaan Oromoo kollajjicha jiranii fi magaala Adaamaa keessa jiran irratti badii guddaa kan dalagaa jiru yammuu ta’u, ammas immoo gocha isaa kanaan diinii barattootaa ta’ee kan muudamee jiru nama Barsiisaa Tasfaayee Mokonnon jedhamudha.
Barattootni isa jalatti gurmahanii jiranis: 1. Nigaatuu Taammiruu----Barataa Afaanii
2. Kaliiloo Badhaasaa--Barataa Afaanii, 3. Amaan Huseen--Barataa Afaanii, 4. Yasuuf--Barataa Saayinsii Uumamaa, 5. Abdii Mohaamad---Barattoota waggaa sadaffaa, 6. Damissee Dirribaa--Barattoota waggaa sadaffaa, 7. Buraadii Amad--Barattoota waggaa sadaffaa, 8. Girmaa Nagaasoo--Barattoota waggaa sadaffaa, 9. Iftuu---Barattuu Afaanii, 10. Muraat---Barattuu Sayinsii uumamaa, 11. Anuwaar----Barataa sayinsii uumamaa, 12. Baahir ---Barataa Herreega, 13. Musxafaa umar---Barataa Herreega, 14. Eebbaa fiqaaduu----yammuu ta’an barattootni kun qindeessaa isaaniin yeroo hundaa sanbata sanbata kollejjicha keessatti walgahii godhachaa jiru.
Kana malees sabboontota barattoota Oromoo dabarsnii kennaa jiru. Yeroo barbaadanittis akkaa waaman dorsisiisaa jiran beekame jira. Kana malees waa’ee OPDO barattootatti akkaa lallaba kijibaa afuufan/sabbakan barattoota dogoggrsiisuuf yaalii gochaa jiru. Kanaan immoo barattootni akka wal hin amanneef danqaraa ta’aa jiru .
Kanaaf jedhu barattootni koollajjichaa fi sabboontonni Oromoo naannoo sana jiran, barsiisichis ta’ee barattoonni farra sochii diddaa gabrummaa Oromoo irratti hirmaacha jirtan kun gocha keessan kana irraa of hin eegdan taanaan, Tarkaanfiin keessa deebii hin qabne kan fudhatamu ta’uu isaa akeekkachiisani jiru!
*******
Godina Arsii Magaalaa Saguree keessatti guyyaa 01-03-2006 ayyaanni Adalla Impaayera Itoophiyaa keessatti kabajamuun isaaa ni beekama. Guyyaa kana ayyannichi akkuma kabajamu aannaa DIX irrattis kabajamuuf qophiin raawwatee ture. Haa ta’u malee haallichi bitaa ta’ee argame kunis magaalaa Saguree keessatti halkan roobii (jala bultii ayyaannichaa/ qaama hin beekamneen barreeffamni mootummaa wayyaanee balaleeffatu tokko magaalatti guutuu irratti maxxanfamaa bula. Hanga balbala waajjira bulchiinsa Aannichaa gubbatti dhuubame (maxxanfame). Haalli raawwatame kun diinota qabsoo Oromoo baay’ee rifachiise Firoota qabsoo Oromoo baay’ee gammaachiise. Waltajjiin isaan itti bulchiinsa abashaa farsuu fi ABO abbaruuf qophaa’aa turan fashalaa’e.
Daballoon gantootaa waltajjiicha bittineessuudhaan gara mana jireenya isaan itti baqatanii galan. Poolisonni dhalootaan abasha ta’an barattoota Oromoo hedduu dhaanuun gara mana hidhaatti guuraniiru. Keessumattuu Barataa “Shaballii Woshee” dararama cimaa isarraan ga’aniiru kana qofaan hin dhiisnee mana barumsichaa irraa ari’ataniiru. Kunis barsiisicha abashaa kan Geetachawuu Mangistuu (physics) fi barsiisaa Amaan Bashiiriin raawwatee dha.
Basaasitoota diinaa ijjibaachisoo: B/sa – Geetachawoo Mangistuu – phy, B/sa - Amaan Bashiir – Math, B/ta – Ahmad kadir 10 th, B/ta – Abishuu Haajoo 10 th, Bulchiinsa Aanaa jaarraa hargamee, B/sa Abdulqadiir Turaa Keemistirii, Barataa Mohammed Killoo 10 th, Barataa Qaasim Amaan 10 th, Poolisoota dhalootaa abashaa ta’an
Basaastoonni maqaan isaan armaan olitti eerame geeha isaanii kan diinummaa kana irraa of hin deebisan taanaan adabbiin keessaa hin deebine isaan irratti akka fudhatamu yaa hubatan.
Injifannoon Ummata Oromootiif!!
Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!
Source:
http://www.oromoliberationfront.org/News/2006/Finchiladiddaa_040406.htm
Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved
olfinfodesk@earthlink.net
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment