February 19, 2009

Waamicha Walgahii, Hiriira Nagaa fi Bashannanaa (ABO Konyaa Swiidiin)

Waamicha Oromuuma
Walgahii ABO
konyaa Siwiidin 2009


ABOn Konyaa Siwiidin walgahii waggaa godhaachuf saganteefacha jira. Walgahii barana Caamsaa 16/ 2009 akka tahu murta’era. Akkasummas caamsaa 15/ 2009 hiriira nagaa tokko tu taha. Akeeki hiriira kana mootummaan faacisti Wayyanne daba saba oromoo fi saba cuunqursaaman hunda irratti raawwachaa jirtu saxilufi kan yaadame dha. Akkaasummas qaami hooggana ol- aaana ABO sirna kana iratti argamuun haala qabsoon keenya irraa jiru miseensa fi hawaasa naannoof ibsuu afeeramanii jiru. Kanaf jeecha hawaasi Oromoo hunda akka iratti argamtan kabajaan isin afeera.

Sagantaan walgahii ABO konyaa Siwiidin kan Caamsaa 15-16 / 2009

Guyyaa Yeroo Sagantaa
15.05.2009 14:00 - 16:00 Hiriira nagaa
16.05.2009 9:00 - 13:00 Walgahii miseensota
13:00 - 14:30 Laaqana
14:00 - 17:00 Walgahii hawaasa
17:00 - 18:00 Booqona
18:00 - Qophii Bashannana

GGBti!
IUOF!

KHG ABO konyaa Siwiidin

No comments: