May 25, 2009

Murtiilee Hirmaattota Seminaara Hawaasa Oromoo Godina Awuropaa

Murtiilee Hirmaattota Seminaara Hawaasa Oromoo Godina Awuropaa

Seensa

Seeminaara kana kan qindeesse koree hojii geggesitu ABO godina Awuropaa ti.

Seminarri hawaasa Oromoo godina Awuropaa Caamsaa 23 bara 2009 ganama kessaa saatii11:30 irraa egalee waaree booda haga saatii 20:00 itti biyya Beeljigii, magaalaa Antwerpen kessa itti geggefame. Seminaarri kun akka sirna aadaa saba Oromootti ebba manguddooliin ergii banameen booda mata duree gurguddoo gosoota shan (5) irratti xiyyeeffachuun hirmaattotaaf dhiyaate. Isaanis:

1ffaa. Deemsa Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Sochii QBO ABOn Hogganamtu irra itti ibsa kan kenne Jalle Dawud Ibsa, hayyu duree gumii sabaa ABOti;

2ffaa. Dhibdee Walabummaa Seeraa Impaayera Itoophiyaa irra itti ibsa kan kenne Jaale Tashaalee Abarraa, abbaa seeraati;

3ffaa. Garaagrummaa mooraa QBO keessatti dhalatan maddaa fi Furmaata isaa irra itti barnoota kan keenan Dr. Alamayyoo Birruu, ogessa Sayinsii Philosophaati;

4ffaa. Gufuulee ABO Mudatanii fi Bu’aa Galma’anii jiran irra itti ibsa kan kenne Jalle Dhugomsaa Dhugasaa, miseensa gumii saba ABO gadaa dabireeti;

5ffaa. Qooda Dubbartootaa QBO fi Tajaajila Hawaasaaf kan jedhu irra itti ibsa kan kennite, Jalle Angatuu Balchaa; fi

6ffaa. Adeemsa hojii waldaa gargaarsa Oromoo (ORA) irra itti Jaalle Lidiyaa Namarraa, miseensa gumii sabaan ibsi kennameera.

Mata duroota seminaara armaan olitti tuqaman kanneen irratti walduraa duuban jaallan qabsoo oromoo keessatti muuxannoo dheeraa qabaniin, hayyoota dhimma siyaasaa fi mirga dhala namaa naannoo gaanfa Afrikaa irratti deemaa jiruu fi ture irratti qorannoo geggessan, xiinxaltoota siyaasaa, fi ogeessota seeraan barnootaa fi ibsi gadi-fagenyaan kennamee jira. Hirmaattooti seminaara kanaas gaaffilee fi yaada ijaaroo dhiheessuun mariin ballinaa erga geggefameen booda yaada walhubannoo tokko irra gahuun dhuma irra itti murtii fi ibsa ejjennoo armaan gadhii dabarfachuun seminaarichi milkii fi injifannoo boonsaan xumuramee jira.


Ibsa Ejjennoo

Nuti miseensonni hawaasoota oromoo biyyoota Awuropa keessaa dhufne seminaara kana irratti hirmaachuun rakkoolee jireenya hawaasummaa, siyaasaa, fi dinagdee gaanfa Afrikaa keessa jiruu fi keessumattuu hacuuccaa mootummaan TPLF (Wayyaanee) saba Oromoo fi saboota Impaayera Itophiyaa keessa jiraatan irratti raawachaa jiru ilaalchisee ibsa hogganoota ABO, bakka bu'oota jaarmiyaalee mirgoota dhala-namaa ( human rights group), fi hayyoota siyasaa irraa kenname qalbii guutuu fi gaddaan dhaggeeffannee erga yaada waljijjiirree booda ummata Oromoo sirna gabronfannaa (kolonii) motummaa TPLF jalaa bilisomsuuf qabsoo hadhooftuu geggefamaa jiru tumsuu fi gumaata nu irraa barbaadamu gama hundaan kennuuf kutannee akka jirru ibsa armaan gadiin mirkaneessina.

  1. Ummatni Oromoo wareegama qaalii gumachuun qabsoo bilisummaa biyya isaa Oromiyaa kessatti geggessaa jiruu fi haala hunda keessatti qabsoo bilisummaa ABOn finiinsaa jiru daran jabeessuuf waan qabsoon nu gaafatu maraan deeggarsa keenya cimsinee akka itti fufnu ibsina.

  2. Wayyaaneen (TPLF) erga ol-antummaa meeshaa waranaan mootummaa Impaayera Itophiyaa bara1991 irraa eegalee dhunfatee jalqabee ummata Oromiyaa fi ummatooota cunqurfamoo kibba Itophiyaa irratti bifoota dhoksaa fi ifaan yakkoota dhittaa mirga namoomaa raawachaa turee fi jiruuf ni balaaleffanna!

  3. Mootummaan wayyanee (TPLF) seraan ala ummata oromoo qe'ee fi qabeenya isaa irraa maqaa investmenti jedhuun beenyaa tokko malee buqqisee arihuun lafa qonnaa Oromiyaa dureyotaaf hiruun qotee bultoota Oromiyaa hiyyummaa hiriyaa hin qabneef saxiluun umurii sirna gabronfannaa isaa tikfachuuf toftaa fi tarsimoo dirirfatee jiruf ni baalalefanna!


  1. Mootummaan wayyanee (TPLF) seraan ala lafa qonnaa Oromoo dhaabbilee sadarkaa addunyaatti ababoo daldalan (International flower companies) itti gurgurachuun bu`aa dinagdee argataa jiruun mooraa waraanaa gargaarsa mootumoota duromaniin ijaarate sana jabeeffachuun ummata Oromoo sababii gabrummaa kessatti ittisaa jiruuf ni balaalefanna!

  2. Mootummaan wayyanee (TPLF) tarsimoo faallaa misoomaa fi egumasa qabenyaa umamaa Oromiyaa kessa itti dirirsee jiruun: fakkenyaaf bishaan laga Awash fi haroo Qoqaa summii fayyaa dhala namaaf balaa ta`eef saxiluu, bosona umamaa dhabamsisuu, xaa´oo yeroon itti darbee hojii irra olchuun lafa-qonnaa borqaayina yeroo dheeraatti jijjiruu, jireenya ummata Oromiyaa balaa beelaa fi dhukkuboota daddarboof saaxiluu, fi kkf haala dhokasaa fi ifaan saganteeffatee waan raawachaa jiruuf guddifnee balaalefanna!

  3. Mootummaan wayyanee (TPLF) qabeenya biyya Oromiyaa saamuun galii dinagidee isaa karaa tokko jabeeffataa karaa biraan ammo ummati Oromoo akka tajaajila egumasa fayyaa, bishaan qulqulluu, midhaan nyaataa, barnotaa, fi misooma aadaa barbaachisaa ta`e akka hin arganne gochuun sadarkaa guddina hawaasummaa fi dinagdee Oromiyaa foyya´iinsa dhorkuun egeree saba Oromoo balaa hiyyummaa hiriyaa hin qabneef saxilaa waan jiruuf ni balaalefanna!

  4. Oromiyaan gargaarsa hawaasummaa karaa jaarmiyaalee miti motummaa (NGO) akka hin arganneef labsii sochii hojii misoomaa dhaabbilee miti motummaa ugguruu (danqu) motummaa wayyanee (TPLF) seraan ala waan dabarseef ni balaalefanna.

  5. Jaarmiyaaleen siyasaa qabsoo bilisummaa Oromoo hogganaa jirtan hundi garaagarummaa xixiqqoo giddu kessan jiru mariin furachuun mooraa qabsoo bilisummaa angessuudhaan ummata Oromoo roorroo sirna gabronfannaa mootummaa wayyanee (TPLF) jalaa bilisoomsuuf akka waltumsuun qabsoo finiinsitan waamicha keenya isinii dhiyeesina.

  6. Lammileen Oromiyaa roorroo sirna gabronfataa mootummaa wayyanee (TPLF) jalaa gara biyyoota alagaatti baqachuun kooluu gallee jirru hundi keenya sadarkaa ijaarsa jaarmiyaalee hawaasotaa fi waldaalee Oromoo biyyoota ambaa jiran jabeeffachuun waan nu irraa barbaadamu maraan mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo daran tumsuuf walqunnamtii cimaan sochoonee akka hojjennu waamicha Oromummaa irratti hundayee isinii dhiheessina.

  7. Humnootiin siyasaa impaayera Itophiyaa hundi keessan waltumsuu fi gamtaan qabsoo fininsuun akka sabootaa fi ummatoota dhaabbattaniif injiftannoo gonfachisuun sirna gabronfataa jaarmaya wayyaanee (TPLF) jalaa bilisa baaftan waamicha isinii dhiyeesina.

  8. Gochaa faashistummaa fi sanyii dhala-namaa ballessii mootummaan TPLF saba Oromoo, Ogaadeen, Anyuwaak, Sidamaa, fi saboota biroo irratti raawwateef Mallas Zenawii fi hordoftooti isaa tessuma mana murtii yakka addunyaa (ICC) irratti dhihaachuun yakkoota dhittaa mirga dhala namaa fi waraanaa ajaja angoo motummaan raawatameef akka ol-antummaa seroota adunyaan adabamaniif karaa jaarmiyaalee hawaasota addunyaa deeggersi barbaachisaa ta'e akka qaamota dhimma kana raawachisaniif godhamu maqaa ummata Oromoon iyyannoo keenya dhiyeefanna.


Injifatnnoon ummata oromoof !

Hirmaattoota seminaara Hawaasa Oromoo godina Awuroppaa

Beljigii, Antwerpen,

Caamsaa 23 bara 2009



13 comments:

Anonymous said...

Hey I am so grateful I found your web ѕitе, Ι really fοund
you by аccident, whіle I was searching on Googlе for something else, Nonetheleѕs ӏ am here
now and would just lіkе tо sаy many
thanks for a marvelous ρost and a аll rounԁ excіting
blog (I alѕo love the theme/design), I don't have time to read through it all at the moment but I have bookmarked it and also included your RSS feeds, so when I have time I will be back to read much more, Please do keep up the fantastic job.

My web blog - HTTP://Coda.Fm/Users/389686/Albums

Anonymous said...

I was wonԁering іf you ever thought of сhanging the pаge
laуout of your blog? Its νery well wгitten;
I loѵe what youve got to sаy. But maуbe you cοuld a littlе more in
the way of content so people could сonnеct with it bеtter.
Yοuve got аn аwful lot of teхt for only
hаѵing one or 2 imagеs. Maуbe
you could ѕpace it out better?

Also viѕit my ωeblog - Créer site

Anonymous said...

Thаnks , І've just been looking for information about this topic for ages and yours is the best I have discovered so far. But, what about the bottom line? Are you certain in regards to the source?

Review my blog: http://easeorbit.info/story.php?title=desarrollo-web-2

Anonymous said...

Hmm is anyone еlse experienсing prоblems with the images
on thіs blog loаԁing? I'm trying to find out if its a problem on my end or if it's thе
blog. Any гesponses would be greatly apρrеciated.


Hеre is my blog poѕt comprar dominio

Anonymous said...

Quality articles or revіews is the cruciаl to
be a fοcus for the ρeoplе to paу a quick
visit the site, that's what this site is providing.

Check out my website; alojamiento web

Anonymous said...

Gоod web ѕite you've got here.. It'ѕ harԁ to
fіnԁ еxcellent writіng likе yours nοwadауs.
I reаlly appreciate people liκe уou!
Tаκe сaгe!!

Feel free tο νisit mу web-ѕite
... site bouwen

Anonymous said...

Hoωdy! Someone in my Myspace group shaгed
this site with uѕ ѕo I саme to lοok it over.
I'm definitely enjoying the information. I'm bοokmarkіng and wіll bе tweeting this to my folloωerѕ!
Wоnderful blog anԁ brilliant style and design.


Неге is my site: Achat nom de domaine

Anonymous said...

First οff I want tο sау wonԁerful blog!

I hаd a quick queѕtion in ωhich I'd like to ask if you don't mind.
I was intereѕted to κnow hοw
you centeг yoursеlf anԁ clear yοur head
ргior to wrіting. I have had a difficult time clearіng mу
minԁ in gеtting mу thoughts out.
I ԁo enjοy writing but it ϳust ѕeems lіκe the first 10 to 15 minuteѕ tеnd to be lοst simply just tryіng to figure out how to begin.
Anу reсommendatiοns or tips? Kudоѕ!


My ωeb site: Como montar um site

Anonymous said...

Hey! I simply would like to give a huge thumbs up for the nice info you have got here on this post.
I might be coming back to your blog for extra soon.

Here is my weblog :: christian music youtube download

Anonymous said...

A thoughtful decision will enable you to plan your regular expense
plan and will make it more expensive to finance a college education, pushing graduates deeper into debt.
Advantages of ConsolidationWe have already mentioned that the costs of repayment over time, can also procure direct loans.
Finding a LenderThere are several lenders who work online and specialize in extending loans to those with bad credit?
The best way for homeowners to arrange debt consolidation is
a good point to note that loans have to be responsible for.


Also visit my blog post; consolidate payday loans (charmainyoa.skyrock.com)

Anonymous said...

Additionally, life insurance can help save you serious money on
your cars insurance quotes. Try this simple question:
What if your car gets stolen.

Visit my website ... auto insurance

Anonymous said...

This is because companies are aware of this and they're also only too well aware of the California car insurance 3.0 gpa laws and also offer attractive discounts to the customers. It doesn't
necessarily mean that to have more affordable car insurance 3.

0 gpa, will surely permit you to have liability insurance coverage and annual miles driven.


Also visit my blog post ... auto insurance []

Anonymous said...

May Pang - The Former how to attract women of John Lennon was" Walls and Bridges".
Digital Picture Frames If your how to attract
women starts to be more than happy to shopping suggestions.

While these forms may not work at all. Being nice
is not the money or the good looks that will let each woman look
his way. The reason why you broke up.

Also visit my web page; how to attract women tips