August 19, 2009

Waamicha Walgahii ABO Uummata Oromoo Minnesota fi Naannawaa Isaa Maraaf


Waamicha Walgahii ABO Uummata Oromoo Minnesota fi Naannawaa Isaa Maraaf

Hayyu Dureen ABO J/Dawuud Ibsa dhimmoota addaa addaa ilaalchisee Qaamota mootumma fi Hawaasaa Adunyaa waliin sochii qabsoo bilisumma ummata Oromoo ABO dhaan geggeeffamu ibsuu dhaaf bobbaa godhuu dhaan baatilee lamaan kana U.S.A keessa jiru. HDn ABO beellamoota qamoota mootumma Ameriikaa kanneen biro waliin qabaata turan xumurachuu dhaan carraa kanaan Ummata Oromoo Amerika kaaba jiru waliin mare godhuu dhaaf saganteeffattani magaalalee U.S.A. keessa jiran keessa bakkoota haawasni Oromoo hedduminaan qubatee jiru qaqqaabuuf sochii irra jiru. Haaluma kanaan dhuma Adoolessaa keessa Kora Gudda ABO ...
For more, see attachment

No comments: