August 24, 2009

Yaamicha Walgahii Uummata Oromoota Washington DC fi Naannawa Jirtan Maraaf

Yaamicha Walgahii Uummata Oromoota Washington DC fi Naannawa Jirtan Maraaf

Haala Qabsoon Bilisummaa Oromoo keessa jiruu fi fulduree qabsoo kana ilaalchisee maree bal'aa Washington DC keessatti gaggeessuuf Addi Bilisummaa Oromoo ballama qabatee jira. Mareen kun kan ballamame Fulbaana/ September 5, 2009 yoo tahu Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa walgahii kana irratti aragmuudhaan ibsaa fi marii garbaachisu gaggeessu.
Kanaafuu, haala QBO keessa jiru hubachuu qofaa osoo hin tahin haala qabsoon kun galmaan gahu irratti mari'achuu fi yaada kenuudhaan deeggersa qabsichi gaafatu gumaachuuf Fulbaana 5, 2009 waaree booddee galma Unification Church jedhamutti akka argamtu kabajaan afeeramtee jirta.
Guyyaa: Fulbaan/September 5, 2009
Teessoo:
Unification Church
1610 Colombia rd.NW
Washington DC 20009

Sa'aa 2:00 - 6:00 waaree booda ( 2pm - 7 pm )

IUOf!
Waajjira ABO Koonya Waashington DC irraa.