December 29, 2009

Oromiyaa (Walaloo Suraa Dhugaa)


Oromiyaa

(Walaloo Suraa Dhugaa)

Qabeenya uumamaa oromiyaa
isaa kana ilallaa yaa biyyaa
maaluma nuuf wayyaa
barabaraan caayyaa
bosonati gallee hanga yooman booyyaa!!

Biyyaa koo midhagduu
siila baddee hin badduu
nuti tattee gantuun silaa badduu
rakkoon nabadadduu
lafa oromiyaa obsi ati hin badduu

Harmee arma dachaa
siifoo na badacha!
Hanga'ii mandi'ii
ta'ii dachadhachaa!!
anis aman dhufaa
alagaan na nufaa
biyyii ormaas ni hafaa
lammii koo dadafaa
gantuun sila fafaa!!
inni isiin hinaafaa
guraa hin keninaafi
ama innu ni nufaa
Bilisummaan gessee meeka nuti dafa
tokummaan ijaradhaa ijjollee koo kottaa!
isiinin jettii Oromoiyyaan,,,,,,,

No comments: