Tokkummaa Maaf Lagattee?
Walaloo Suraa Dhugaa*
Walaloo Suraa Dhugaa*
Tokummaa maaf laggattee?
Akka quunnaa gurguraa
Diddee na sugrguraa
Kunnoo nara tutturaa
Bara kamtu nafuraa?
Galmi tokummaa dhabee
Akka kormaa wal yaabee
looni yoo abba dhabbee
Hundumtuu hin qallaa qabee
Isa kaanis gugubbee
Ni afeelam aguggee
hunduu lafaraa dhumnaan
malumaa ta'aa eegge?
Uttuu barana jennu
Uttuu bara egger jennu
Lafti nuraan soktee
Yyartuun nutti kolftee
Gadheen numanaagattee
Nurratti barganfattee
Qe'ee keenya dhunfattee
Hallagaan maali nugoottee?
Gantuu lammii nunyaattee!
* The author can be reached at suraadhugaa@yahoo.com.
1 comment:
air jordan
yeezy boost 350
yeezy 500 blush
golden goose sneakers
hermes
cheapjordans
nike air vapormax
christian louboutin shoes
timberland outlet
adidas tubular
Post a Comment