August 31, 2006

Dhaamsa Sabboonota Oromoo

I. Baha Shawaa
Yeroo ammaa kana mootummaan wayyaanee karumaa hundaan digamaa waan jirtuuf qalbii namaa rakkoo biraan qabamee umuriin ishee akka dheeratuuf karaa isheefii dandahameen lukkeewwan ishee waliin yaalii adda addaa gochaa jirti. Haaluma kanaan yeroo ammaa kana kan isheen gochaa jirtu keessaa
...... dubbisuuf as tuqaa: www.oromoliberationfront.org

II. Baha Wallaggaa irraa nu qaqqabe

1. Loltoota “Adimaa Bettany” jedhamanii Wallagga bahaa keessatti argaman keessaa Uummata koo irratti hin hojjedhu jedhee loltuun Abbubakar Urgeessaa jedhamu hidhannoo isaa gurgurachuun loltuu keessaa ganee baduun isaa beekamee jira.
2. Loltuu Dhidheessa keessaa kan tureef uummata Arjoo gidirsiisaa kan ture loltuu ajajaa shantamaa Gabree Izgii kan jedhamu irratti tarkaanfiin keessa deebii hin qabne fudhatamee jira.
3. Poolisoota godina wallagaa keessaa warra FDG dura dhaabbachaa turanii fi sabbontota Oromoo warraa reebaa fi hidhaa turan keessaa poolisoota soddomaa fi badhaasni dhoksaadhaan kan kenname ta’uu isaa oduun naannoo sanaa nu qaqqabe ni addeessa. Haaluma kanaan faraa FDG kan qindeessaa fi hogganaa turanii fi badhaasa kan argatan keessaa maqaan nama afurii akka armaan gadiitti ni ibsama
a. Shaalaqaa Iyyaasuu Angaasuu
b. Shaambal Mohaammad abbubakar
c. Shaambal Gannanawu Xibabee
d. Shaambal Ibiraahim Tussii keessatti argamu.
.....
To read more, click the following link: www.oromoliberationfront.org

No comments: