October 18, 2006

Beeksisa mana Oromiyaa Gadaan Oromoo haa lalisu (Paltalk)

Sagantaan dhaabbataan barnoota siyaasaa oromo fi haala qabso oromo torbaan lamatti guyyaa tokko kannamu guyyaa sanbata nu fuulduraati 21.10.2006
sa'aa 8:00pm central USA time

Barsisaan: Dr Asaffaa Jaalataa
Mata dureen: Oromumma dha
Iddon: Paltalk mana oromiyaa Gadaan oromo haa lalisuu dha

Saganta kanarattu kan bektootni heddun qooda fudhatan akka tahe isiin beysifnna.

Qophii kanarratti qooda fudhachuuf programa Paltalk messenger jedhamu qabaachuu qabddu. Paltalk Messenger can be downloaded from www.paltalk.com

No comments: