April 21, 2009

Gootonni Oromoo Yuuniversiitii Wallagaa Guyyaa Gootota Oromoo Haala O’aan Kabajatani!

Poster: www.oromoliberationfront.org

Gootonni Oromoo Yuuniversiitii Wallagaa Guyyaa Gootota Oromoo Haala O’aan Kabajatani!


Oduun Yuuniversiitii Wallagaa irraa nuqaqqabe akka hubachiisutti Guyyaan Gootota Oromoo haala hedduu nama gammachiisuun Ebla 15 2009 kabajamee ooleera.
Baratoonni Oromoo kan Universiitii Wallagaa shama diimaa, magariisa, diimaa qabsiisuun doormii keessatti bakka garaa garaatti ayyaaneffatanii oolaniiru.

Guyyaa uummata oromoo keessatti bakka guddaa qabu kan gootonni oromoo lubbuu saanii bilisummaa uummata oromo fi biyya Oromiyaa jedhanii wareegaman itti yaadataman kana ayyaaneffatanii ibsa ejjennoo hanga tokko kanaa gadi gabaabsamee barreeffame dabarsataniiru:

1. Kaayyoo Keenyi WBO alati waanti biraan hinjiru
2. Qabsoo jalqaabne kana WBO wajjin taanee finiinsuu qabna
3. Adeemssi keenya hanga bilisummaatti ta’uu qaba
4. Gibiraa fi qaraxaa seeran ala uummataa irraa fudhaani sammun nurraa dhabbaatu
5. Hanga hiree ofii keenya arganutti itti fufuu qabnna
6. Hidhamuu fi dhiitamu dhala Oromoo irraa haa dhaabbatu
7. Sharaan oromoos qabsoo keenya haalan jabbeessu qabna
8. Fakkaatani bulu hin barbaadnu
9. Mana kudhaani nyaachun ilmaan oromoo oromummaaf isaani sammun isaani hiphaatu irraa hin barbaachisu
10. Tokkummaan kanne WBO galchuu qabna
11. Duuti fi reebamuun hanga yoomiitti, kunis nurraa dhaabachuu qaba
12. Qotee bulaa keenya doorsisuun haa hafu

fi kan biraa hanga qabxii baay’ee qabu waliin irratti mari’atanii kaa’aniiru.Akkasumaas illee
kaseetakan sanyii mootu maqaan isaa haa caalu kan jedhu jalqaaba hanga humaatti dhageeffacha oolanirru.
Walaalo mataa dureen isaa SAGALEE DUBBAARA kan jedhu shamaaran tokko dhiyyaaterraa. Guyyaa seena qabeessa kana gammachuun calqabanii gammachuun xumurataniiru. Mandh’een isaan jala jiran kan haaraa uummataan “Gootota Holqa Daalloo” kan jedhu ture.

IUOf!

GGBti!

Oduu kan nuqaqqabsiise: F.D. (Oromiyaa irraa)

5 comments:

Anonymous said...

q9sdr1yp

gh8ii34f

f39s020t9d

uwtkiu8b

zx51mdum

Anonymous said...

webwinkel beginnen waarin webwinkel beginnen nl

Here is my page; webwinkel beginnen stappenplan

Anonymous said...

dkf15vub

grw77rp2

f54yewr4t536

ssws8go8

cv5me6bo

Anonymous said...

Very good post. I absolutely love this website.

Keep writing!

my page - word lorem ipsum generator

Anonymous said...

I read this post fully regarding the comparison of most up-to-date and earlier technologies,
it's amazing article.

Feel free to visit my blog; simply click the up coming website page