May 03, 2009

Konyaan ABO Switzerland Guyyaa Gootota Oromoo Magaala Yverdon tti Sirna Ho’aan Kabajatee Oole

Konyaan ABO Switzerland Guyyaa Gootota Oromoo Magaala Yverdon tti Sirna Ho’aan Kabajatee Oole

Suuraa laaluuf as tuqaa

Konyaan ABO Switzerland yaadannoo Guyyaa Gootota Oromo Caamsa 2, 2009 magaala Yverdon keessatti kabajatee ooleera.

Kabajan yaadannoo guyyaa goototaa faruu Alaabaa Oromoo farafachuun gootota Oromoo yaadachuun banameera.

Guyyaa Walgahii fi Yaadannoo Gootota Oromoo kana irratti Itti gaafatamtuun Konyaa ABO Switzerland seenaa kabaja guyyaa goototaa Oromoo bara baran Ebla 15 kabajamu illaalchisanii hirmaattotaaf ibsa bal’aa kennanii jiru. Itti dabaluun guyyaan kun guyyaa miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi miseensonni ABO gootota Oromoo qabsoof wareegaman yaadachaa kaayyoo isaan irraatti wareegama bakkaan ga’uuf guyyaa irbuu seenan haaromsuun qabsoo itti fufan akka ta’e dhaamsa dabarsanii jiru. Konyaan keenya tokkummaa Oromummaa tikfachuun qabsoon ABO gaggeefamu hamma bakka gayutti dirqama nurra jiru hunda itti bayyuuf konyaan keenya sochii gochaa jiru itti fufuun qabeenya fi dandeettiin waan dandayame hundda gumaachuun akka nurra jiru itti gaafatamtuun konyaa dhaamsa dabarsaniiru. Xurree bilisummaa goototi ilmaan Oromoo dhiigaafi lafee isaaniin tattaraaran hammaa galii isaa gahutti qabsoon diddaafi fincilaa yoomiyyuu kan hindhaabbanne ta’uu akka qabu itti dabalanii hubachiisaniiru.

Ayyaanni yaadeannoo guyyaa Gootota Oromoo Sanbata xiqqaa Caamssa 2, 2009, kabajamee oolee irratti sabboontoti Oromoo magaala Yverdon jiratan sagantaan kun akka milkii gaariin xumuramu, bakka walgahii miseensota Konyaa ABO Switzerlandiif qopheessuun, akkasumas bashannanaa (nyaata fi agarsiisa aadaa) hedduu nama boonsu qopheessaniiru. Akka kanaan sagantaan waaree booda sa’a 13:00 tti calqabame otoo wal irraa hin citiin hamma galgala sa’aa 20:00 itti fufee haala nama gammachisuun xumuramee jira.

Qabsaawaan ni kufa, Qabsoon itti fufa!!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

Injifannoo Uummata Oromoof!!

Oromiyaan ni bilisoomtti!

Konyaa ABO Switzerland

4 comments:

Anonymous said...

telefoon webwinkel beginnen webwinkel beginnen kinderkleding

Feel free to surf to my web site; Free Webshop

Anonymous said...

Woah! I'm really loving the template/theme of this blog. It's simple,
yet effective. A lot of times it's very hard to get that "perfect balance" between usability and visual appeal. I must say that you've done a great job with this.
Also, the blog loads extremely fast for me on
Chrome. Outstanding Blog!

Feel free to visit my blog post ... Best Weight Loss Product - Katalog Stron

Anonymous said...

Knowing which policy is able to offer the most reliable forms of advertising.
The higher liability limits and the additional cover will make auto
insurance in Wisconsin more expensive. 00 a year This one-stop shopping pays off
any time, but in most cases you will want to spare a little more reserved and safe.
An auto insurance policy helps in case your car is older, there is no" Canadian" universal health plan.
Take advantage of obtaining online auto insurance quotes can save
hundreds of dollars on absolute coverage.

my webpage more about the author

Anonymous said...

Save lots of money and time using this type of natural recipe.

Our entire bodies are consisting of proteins carbohydrates and fats and above all
water. If you are afflicted by acne and are looking for remedy option that works well, look no further as
opposed to Obagi acne kit. Facelift Orange County will give you effective surgical
services to fulfill all your cosmetic needs.

Also visit my web-site acne face [http://www.billboardtalent.com]